Ibsii Ministeera Barnootaa Baase Maal Jedha ? Kutaa 2ffaa

Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa, Dr Tolaa Barisoo

Sagantaa barnootaa haarawa ykn Roadmap irratti Afaan kanan ykn sanaan kennama jedhee kan maqaadhaan ka’ame hin jiru jedha Biroon Barnoota Oromiyaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ibsii Ministeera Barnootaa Baase Maal Jedha ? Kutaa 2ffaa

Ibsi Ministeera Barnootaa Federaalaatiin kennames kan dogoggora of keessa qabu fi Sagantichis kan sadarkaa wixineetti jiruu malee mirkana hin arganne jedhan Hogganaa Biroon Barnoota Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo.

Oduu gabaasaan keenya Muktar Jamaal Gaafiif Deebii Dr. Tolaa Bariisoo waliin gaggeesse kutaa duraa armaan gaditti caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ibsii Ministeera Barnootaa Baase Maal Jedha ?