Tajaajilli Eegumsa Fayyaa Itiyoophiyaa Fooyya'uutu Gabaasame

Tajaajjilli Fayyaa biyya Itiyoophiyaa waggoottan sadan darban keessatti fooyya'insa agarsiisu isaa qoranaan dhimma hawaasaa fi tajaajila fayyaa irratti geggeessame agarsiisee jira.

Ministarri Fayyaa, Instiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa waliin ta'uun qorannoon geggesse kun, lakkoobsi hawwan yokaan haadholii dhaabbilee fayyaa keessatti da’anii dhibba irraa harka shantamaa ol gahuu isaa beeksise. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutu caqasaa