Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa – Abiyyi Ahimed Ergaa Ayyaana Waggaa Darbarsan

  • VOA

Faayilii - Muummicha Ministeeraa Abiy Ahimed

Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa – Abiyyi Ahimed, waggaa haaraa Itiyoophiyaa har’a jalqabame ilaalchisuun haasawa dhageessisaniin, “Bara wayyaawaa malee barri hamaa akka deebi’ee hin dhufne – cehumsa dhugaa tahe ijoollee keenyaaf mirkaneessuu qabna” jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa – Abiyyi Ahimed Ergaa Ayyaana Waggaa Darbarsan

Bara 2012 seenaa jiru kanas, “bara raawwii ti” jechuudhaan, bara itti biyyattii gara carraa wayyaawaatti ceesisan akka tahe illee dubbatan.