Walleelee Aadaa Oromoo Wallaggatti Birraa Sirbaman

Kabajaa ayyaana waggaa haaraa kana ilaalchisuudhaan, gabaasaan keenya Naakoor Malkaa waa’ee ayyaana Birraa kana ayyaaneffamuu, waa’ee walleelee aadaa Oromoo Qeerroo fi Qarreen Wallaggatti sirbamanii, qorataa Seenaa obbo Charinnat Waaqwayyaa fi wellisaa hawwisoo magaalaa Naqamtee Daddaraaroo Taakkala haasofsiisee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Walleelee Aadaa Oromoo Wallaggatti Birraa Sirbaman