Hundeen Waan Hundaa Barnoota . Kanaaf Jabaachuu Qabna: Barataa Waan Haaraa Uume

  • Jaallannee Gammadaa

Dargaggoo reefuu barnoota sadarkaa lammaffaa xumurate tokko foormulaa herregaa haaraa uume yokaan kalaqe.

Wallagga Bahaa, aangaa Sibuu Siree keessatti ka dhalatee guddate – barataa Tolee Fiqqaaduu Aagaa, Mana-barnootaa Siree Sadarkaa Tokkoffatti, kutaa saddeettaffaatti qabxii giddu-galeessaa dhibba keessaa sagaltamii ja’a fiduudhaan, dorgomee, Mana-barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa, dura damee Gudar jirutti, eega inni cufamee booda immoo kan Adaamaa jirutti sadarkaa lammaffaa baratee bara dabre xumurate.

Kutaa 1:

Your browser doesn’t support HTML5

Hundeen Waan Hundaa Barnoota . Kanaaf Jabaachuu Qabna: Barataa Waan Haaraa Uume


Kutaa 2:

Your browser doesn’t support HTML5

Hundeen Waan Hundaa Barnoota . Kanaaf Jabaachuu Qabna: Barataa Waan Haaraa Uume