Haleellaa Boombii Kamisa Dabre Kan Raawwate ABO Shanee Dha: Waajjira Poolisii Magaala Buraayyu

Odeffannoon bahaa ture maqa-ballessii dha: ABO

Haleellaa Boombii Kamisa dabre magaalaa Buraayyuutti miseensota kora bittinneessaa Oromiyaa irratti raaw’atameen namoonni magaa’an sagal hospitaala ciisanii wal'anamaa jiru.

Gama motummatti ammo wajjiri polisii magaalaa Buraayyuu qamni haleellaa kana raawwate ABO shanee dha jedhe. Haleellaa kana ilalchisuun odeffannoon bahaa ture maqa-ballessii dha, jedha ABOn immoo.

Komoshiini polisii Oromiyaa gaafatamee deebii kennuuf hin eyyamne. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Shaakala Itiyoophiyaa xiqqeessuu ijoollee keenya hin dhaalsisnu: Dr. Abiyyi