Turtii Dargaggoo Hojii Teknoolojii Irratti Bobba'ee Milkaahe Wajjin

Abdisaa Baancaa, “Africa Digitaal Marketing”

Dargaggoon Abdisaa Baancaa jedhamu hojii waa uuminsaa yokaan kalaqa Teknooloojiitti bobba’uudhaan, bu’aalee tajaajila adda addaa kennan oomishuutti jira.

Hojiille dargagessa kanaan kalaqaman kessaa tokko kan inni ‘sirna daldalaa biyyaattii amayyessuufan hojjedhe’ jedhuu, teknooloojii “Africa Digitaal Marketing” jedhamu.

Hojii teknooloojii hojjetu irraa galii akka argataa jiruu fi dorgommii sadarkaa addunyaa akka mo’ellee dubbata – Abdiisaan. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Turtii Dargaggoo Hojii Teknoolojii Irratti Bobba'ee Milkaahe Wajjin