Keniyaan Yeroo Jalqabaaf Zaiyta Boba’aa Biyya Alaatti Ergatte

  • VOA

Ujummoo boba'aa, buufata Mombaasaa, Keeniyaa

Keenyaan Walii galtee kampaanii Chaayinaa Keem Chaayinaa jedhu waliin tolfatte irratti hundaa’uu dhaan yeroo jalqabaatiif doonii zayita boba’aa gara doolaara miliyoona 12tti tilmaamamu fe’atee jirugara alaatti ergattee jirti.

Miseensonni gurmuu hawaasaa tokko tokko immoo mootummaan Keeniyaa akkaataa itti Chaayinaan zayita boba’aa sana bitachuu dhaaf caal baasii itti mootee fi biyyattiin galii hagamii akka irraa argattu ifa taasisuu qaba jechuun gaafataa jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Keniyaan Yeroo Jalqabaaf Zaiyta Boba’aa Biyya Alaatti Ergatte