Kanneen Eertraa Keessaa Ilaalcha Isaanii Siyaasaaf Qabaman Hatattamaan Haa Gadhiifaman: Amnestii Internaashinaal

  • VOA

Ertraan waggoota 18 dura karaa seeraan alaa hitee kan jirtu namoota siyaasaa fi gaazexxessota 28 haal duree tokko malee hatattamaan akka gadhiiftuuf garee mirga dhala namaaf falmu Amnestii Intar naashinaal gaafatee jra.

Amnestiin hidhamtoota Ertraa keessaa akka gadhiifamaniif gaafachuu eega jalqabee waggoota hedduutu darbe.

Your browser doesn’t support HTML5

Kanneen Eertraa Keessaa Ilaalcha Isaanii Siyaasaaf Qabaman Hatattamaan Haa Gadhiifaman: Amnestii Internaashinaal