Lagni Awwaash Guutee Balaa Geechisuu Danda'a Jedhame

  • VOA

(Suuraa faayilii)

Sababaa rooba jabaa yeroo ammaa abu’aa jiruun lagi Awwaash guutee keessumaa naanoo suluula Awaash gara gadjallaatti balaa geessisuu akka malu ibsamee jira. Jiraattonnis of-eeggannoo barbaachisu akka godhanis Ministarri Dhimma Enerjii fi Jallisii Bishaanii hubachiisanii jira.

Waggoota dhufan muraasa keessatti oomiisha Qamadii dabaluun mootummaan Qamadii biyya alaa galchu hambisuuf hojjatamaa kan jiru ta’uu ibsamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Guutuun Laga Awwaash Balaa Geechisuu Danda'a Jedhame