Afriikaan Kibbaa Ajjeechaa Dubartootaa Irra Ga’u Rakkoo Biyyoolessaa Gochuun Labsite

  • VOA

Mootummaan Afriikaa Kibbaa hookkara saala irratti hundaa’e rakko biyyoolessaa gochuun labsee jira.

Akka gabaasa mootummaa haaraa ba’etti Afriikaa kibbaa keessaa sa’aatii sadi sadiin dubartii tokkotu ajjeefama. Hedduun isaanii reebamanii utuu hin du’in humnaan gudeedamu.

Dubartoonni mootummaa fi waaltaaleen dhuunfaa hookkara akkasiitti akka duulamu maallaqaan akka deggeran gaafataniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Afriikaan Kibbaa Ajjeechaa Dubartootaa Irra Ga’u Rakkoo Biyyoolessaa Gochuun Labsite