Fiigicha Irrechaa Ka Nagayaa Finfinneetti Geggeessametti Namoota 50,000 Ol Tu Hirmaate

Fiigicha Irrechaa ka Nagayaa Jalabultii Irrecha Hora Finfinee fi Hora Harsadeef Finffineetti  kaleessa geggeessametti namoonni kuma shantama (50,000) ol tahan hirmaachuun beekamee jira.

Dorgommii kana, dhiirota irraa Barrihuu Haragaawii, Dubartoota irraa immoo Obsee Abdataa injifachuun mata mataatti badhaasa qarshii kuma shantamaa (50,000) badhaafaman. Muktaar Jamaal tu bakka dorgommichaatti argamuun gabaase. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Fiigicha Irrechaa Nagayaa Finfinneetti Geggeessametti Namoota 50,000 Ol Tu Hirmaate