Konferensiin Nageenya Irratti Fuuleffate Maqalee Keessatti Geggeessame

  • VOA

Itiyoophiyaa keessatti nageenya buusuutti ka fuuleffate – Koonferensiin biyyaaleessaa tokko Maqalee keessatti geggeessamuu isaa, Mulugeetaa Atsibahaa achi irraa gabaasee jira.

Mana-maree Federeeshinii Itiyoophiyaa fi Yunivarsitii Maqalee tu waliitumsuun qopheesse – Konferensii kana.

Your browser doesn’t support HTML5

Konferensiin Nageenya Irratti Fuuleffate Maqalee Keessatti Geggeessame