Waliigaltee Paartiilee Oromoo Kaleessa Mallatteessame Ilaachisee Yaada Hirmaattotaa

Paartiileen siyaasaa Oromoo dantaa uummata oromoo kabachisuuf qindoominaan waliin hojjechuuf Gaaddisa Hoggansa Oromoo akka hundeessan kaleessa gabaasuun keenya ni yaadatama.

Paartiilee siyaasaa Oromoo irraa kanneen marii dhimma kanaatti hirmaataa turan keessaa haga tokko qophii har’aaf dubbisnee jirra.

Tsehaay Daamxoo tu gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

Waliigaltee Paartiilee Oromoo Kaleessa Mallatteessame Ilaachisee Yaada Hirmaattotaa