Irreechi Hora Finfinnnee Guyyaa Harraa Kabajamee Oole

Your browser doesn’t support HTML5

Irreecha Hora Finfinnee

Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee oggoota baayyeedhaaf addaan citee ture Sambat-duraa harraa sirna oo'aa ta'een kabajamee ooleera.

Kabaja ayyaana kana irratti jiraattota Finfinnee dabalatee lammiwwaan Oromoo godinaalee Oromiyaa adda addaa irraa himaachun beekkameera.