Prezidaant Doonaald Traamp Loltoota Kurdootaa Deggeruu Itti Fufna Jedhan

  • VOA

Prezidant Doonaald Traamp har’a ibsa kennaniin humnootii addaa US gamasii baasuuf ajajan iyyuu humnootii kurdotaa kanneen siriyaa keessaa qofaatti hin dhiisu jedhan.

Siiriyaa keessaa ba’uuf adeemsi jalqabameera garuu garuu kurdoota kanneen uummata addaaf loltoota gaarii qaban qofaatti hin dhiisnu jechuu dhaan ergaa twiterii irratti maxxansanii beeksisaniiru.

Lolli hin barbaachifne kan Turkii dhaan geggeessamu dinagdee isaanii fi sharafa alaa isaanii dadhabaa akkaan miidha jedhan. Kurdoota meeshaa waraanaa fi maallaqaan ni gargaarra jedhan.