Yaada Lammiwwan Biyyaa Noobelii Nagaa Badhaafamuu Muummee Ministaraa Itiyoophiyaa Ilaalchisee Kennan

  • VOA

Koreen Nobelii biyya Noorweey madheffate, Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa, Abiyyi Ahimed, “nagaa fi waliitumsa sadarkaa addunyaa argamsiisuuf carraaqqii godheef, keessumaa, wal-dhibdee daangaa biyya ollaa isaa, Ertiraa waliin ture furuuf tarkaanfii murteessaa fuddhateef” jechuudhaan badhaasa Noobelii nagaa ka bara kuma lamaa fi kudha sagalii akka badhaafaman murteessee jira.

Waa’ee badhaafamuu muummicha-ministaraa Itiyoophiyaa kana lammiwwan biyyattii akkamitti ilaalan. Raadiyoon sagalee Ameerikaa Finfinnee, Amboo, Adaamaa, Booranaa fi mooraalee baqattootaa Keeniyaa keessaa irraa namoota haga tokko dubbisee jira.

Guutummaa isaa caqasa

Your browser doesn’t support HTML5

Yaada Lammiwwan Biyyaa Noobelii Nagaa Badhaafamuu Muummee Ministaraa Itiyoophiyaa Ilaalchisee Kennan