Paartiin Mormituu Kan Somaalee Haaraan Hundeeffame

  • VOA

Paartiin mormituu Kan Somaalee haaraan kaleessa kan hundeeffame yoo ta’u miseensoonni koree walii gala walgahii jaarmayicha bu’ursuuf Dirree Dawaa keessatti gaggeeffame irratti filataman.

Dura ta’an paartichaa akka jedhanti lammiwwan Itiyoophiyaa martuu jaarmayaa kana seenanii waliin hojjachuu akka danda’an ibsanii kunis caasaa Demokraatawaa isa dhugaa biyyatti keessatti diriirsuuf akka ta’e hubachiisan.

Paartiin kun kan biyya alaa irraa kan seene ta’u ibsamee jira.