Dargaggoo Kophee Qulqulleessuu Irraa Gara Abbaa Oomisha Qopheetti Guddate

Dhaabbata Oomisha Kophee Kookee

Dargaggoo Geetuu Yaasin jedhama. Godinaa Shawaa Lixaa magaalaa magaalaa Ijaajjii jiraata. Waggoota muraasa dura kophee qulquleessaa turuu dubbata.

Yeroo ammaa garuu “Dhaabbata Oomisha Kophee Kookee” jedhamuu banuun dargaggoota 20 miindeessuun hojjachiisaa jira.Guutummaa isaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dargaggoo Kophee Qulqulleessuu Irraa Gara Abbaa Oomisha Qopheetti Guddate