Itiyoophiyaan Gaazexeessota Seeraan Ala Hiite: Amnistii Internaashinaal

Itiyoophiyaan namoota hojii gaazexeessumaa irratti bobba'an seraa ala hitee jirti, kan jedhu, Jaarmayaan mirga namoomaa idiladdunyaa, Amnistii Internaashinaal, poolisiin waan gaazzexeessota kana yakkisiisu ragaa dhiheeffate hin qabu.

Gaazzexeessonni kun eega hidhamanii mana murtiitti otuu dhihaatiin yeroo dheeraa tursiisamuu isaaniillee himee jira – Amnistii Internaashinaal. Gaazzexeessonni jedhaman sun, shororkeessummaatti shakkamanii seeraaf dhihaachuu isaanii ka dubbatu – poolisiin federaalaa immoo, ammallee dhimmi isaanii akka qoratamaa jiru dubbata.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Gaazexeessota Seeraan Ala Hiite: Amnistii Internaashinaal