Ijoon Marii Paartii Dimokraatawaa Oromoo (PDO) Maalfaa Ture?

  • Jaallannee Gammadaa

Faayilii - itti gaafatamaan waajira koree giddu-galeessa ODP, Obboo Addisuu araggaa

Koreen gidduu galeessa paartii Demokraatawaa Oromoo ykn ODP marii guyyoota lamaaf gaggeessaa ture kamiisa Onkolooleessa 17 bara 2019 xumuree jira.

Jajjabinaa fi hanqina paartiicha mudatee irratti dubbachuun murtoo dabarsee xumuruu isaa Obbo Addisuu Araggaa itti gaafatamaan waajira koree giddu-galeessa ODP Raadiyoo Sagalee Amerikaaf ibsanii jiru.

Gaaffii Fi Deebii Kutaa 1ffaa Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ijoon Marii Paartii Dimokraatawaa Oromoo (PDO) Maalfaa Ture? Kutaa 1ffaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ijoon Marii Paartii Dimokraatawaa Oromoo (PDO) Maalfaa Ture? Kutaa 2ffaa