ADAAMAA —
Kitaabni ‘Eda’amuu’ jedhu ka Mumme Ministeraa Abiyyi Ahmadiin barrefame xumura torban kanaa irra magaala Adaamaatti eebbifamee jira. Sirna eebba kana irratti kan argaman Ittigaafatamaan Wajjira ODP Obbo Addisuu Aragga “Eda’amuun mallattoo herregaa caalaa hiikkaa guddaa qaba,” jedhu. Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Office of the Prime Minister-Ethiopia