ADAAMAA —
Gotawwan jiraachu kenna hardhaatif sababaa ta’an kalessa bu'uura keenya turan jedhan Kantibaan Magaala Asalla.
Magaalli Asalla jala bultii Irrecha Malkaa Doshatti Daandilee Magaalatti Seenaa fi Gootota Oromoon moggastee jirti. Irrechi Malkaa Doshaa namoonni hedduminaan irratti hirmaatanis Dilbata darbe kabajamee jira.
Your browser doesn’t support HTML5
Magaalaa Asallaa Keesatti Daandileen Maqaa Haaraan Moggaafaman