Deggersa Jawaar Mohaammadiif Hiriira Ambotti Geggeessame Irratti Walitti-bu’insi Uumamee Jira

Kaleessa halkan eegdota falmaa mirga namummaa Jawar Mahaammad humnaan kaasuf yaalii godhame ni mormina, jechuudhaan har’a hiriirri mormii Magaalaa Ambootti deemsisamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Deggersa Jawaar Mohaammadiif Hiriira Ambotti Geggeessame Irratti Walitti-bu’insi Uumamee Jira

Hiriiricha irratti walitti bu’iinsa poolisii fi dargaggoota jidduutti uumameen dargaggootni sadii madaa’anii yaalamaa jiru jedhama. Dhimma kanarratti anga’oota mootummaa irraa deebii argachuuf yaaliin godhe hin milkoofne, jedha Naakoor Malkaa Ambo irraa.

Amboo, Oromiyaa, Onkoloolessa 23, 2019