Hiriirtonni Tasgabbaawanii Furmaatni Karaa Nagaa Soqamuu Qaba, Jedhu Hayyoonni

(Suuraa faayilii)

Kibxata halkan falmaa mirga namoomaa fi daarektara OMN, Jawaar, Mohammed irraa eegdota kaasuuf gochaan raaw’atame sirrii hin turre, kanneen jedhan, hayyoonni tokko, hiriirawwan mormii kanaan qabatanii magaalaalee Oromiyaa hedduu keessatti geggeessaman akka tasgabbaawan waamicha dhiheessan.

Hiriirtonni karaatti bahan karaa nagaa sagalee isaanii dhageessifatanii akka deebi’anii fi rakkoon uumames mariidhaan akka furmaata argatu gaafatan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Hiriirtonni Tasgabbaawanii Furmaatni Karaa Nagaa Soqamuu Qaba, Jedhu Hayyoonni