Magaalaan Amboo Tasgabboofte, Jedhu Kantiibaan Magaalattii  

Magaala Amboo guyyaa harraa, Onkoloolessa 25, 2019.

Magaalaan Amboo gara tasgabbiitti deebi’aa jiraachuu fi daandiin banamee sochiin eegaluu Kantiibaan magaalattii VOAf ibsanii jiran.

Garuu lubbuu darbee fi qabeenya manca’eef gadduu isaanii dubbatu, Kantiiibichi obbo Tarrafa Badhaadhaa. Hojigeggeessaan Hospitaala Waliigalaa Amboo obbo Dabbabaa Faxxanaa walitti bu’iinsa guyyoota lamaan darbe uumameen namootni 5 du’uu fi 20 madaa’uu beeksisanii jiran.

Gabaasaa Ambo irraa ergame caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Magaalaan Amboo Tasgabboofte, Jedhu Kantiibaan Magaalattii