WAASHINGITAN, DIISII —
Paartiin Kongreesii Federaalawaa Oromoo haala yeroo irratti turban ibsa baasee jira.
Ibsa kana kan ilaaleen itti aanaa dura ta’aa Partichaa ka ta’an Obbo Mulaatuu Gammachuu waliin gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Nagaan Akka Bu’uuf Hunduu Marii Gaggeeffamuutti Hirmaachuu Qaba