Murtii Uummataa Ka Naannoo Sidaamaaf Duulli Dadammaqiinsaa Eegale

  • VOA

Murtii uummataa Sidaamaaf har’a magaalaa Hawaasaa fi aanaalee naannoo keessatti sochii dadammaqiinsaa geggeessuun jalqabameera.

Sidaamaan naannoo ta’ee akka ijaaramu qaamni barbaadu “Shaafeettaa” filadhaa jechuun dadammaqsaa kan jiru yoo ta’u sochii kanas hoogganaa kan jiru mootummaa naannoo Sidaamaa ti.

Bulchaan naannoo Sidaamaa obbo Destaa Ledaamoo waltajjii masqalaatti ba’ee sidaamaan naannoo ta’uu isaa kan ittiin mirkaneessa mallattoo Shaaffeettaa filachaa jechuu dhaan duula sana mul’inatti jalqabsiisaniiru.

Gaabaasni kan Yoonaataan Zabdiyoosi.

Your browser doesn’t support HTML5

Murtii Uummataa Ka Naannoo Sidaamaaf Duulli Dadammaqiinsaa Eegale