Sabaa-himaalee Yeroo Walitti-bu’insa Gabaasan Nageenyaa Iddoo Kennuu fi Eeggannoon Hojjechuu Qabu, Jedhu Hayyoonni

Sabaa-himaaleen yeroo walitti-bu'iinsa gabaasan nagaaf dursa kennuu qabu, jedhu hayyoonni Komiyunikeeshinii.

Qaamotni gama kaminuu jiran yaadni isaanii tamsaasa miidiyaa keessatti fudhatamuu mirkaneeffachuu akka qaban dubbatu.

Haala itti fayyadama miidiyaa hawaasaa irrattis eeggannoon godhamuu akka qabu hubachiisanii jiran.

Naakoor Malkaatu haasofsiise.

Your browser doesn’t support HTML5

Sabaa-himaalee Yeroo Walitti-bu’insa Gabaasan Nageenyaa Iddoo Kennuu fi Eeggannoon Hojjechuu Qabu, Jedhu Hayyoonni