Dhaabbattoota Barnoota Sadarkaa Olaanaa Keessatti Nageenya Kabajsisuun Qooda Mootummaati: KFO

  • Jaallannee Gammadaa
Bulchiinsa naannoo Amaaraa Yunivarsitii Waldiyaa keessatti dukkana dawoo godhachuun barattonni Oromoo lama ajjeefamuu kan ibsee Kongreesnii Fedeeraala Oromoo warri kaaniis reebamuu kan ilaaleen ibsa baasee jira.

Miseensa koree hojii rawwachiiftuu KFO fi itti gaafatamaa waajirichaa Obbo Xiruneeh Gamtaa akka jedhanti mootummaan dursee walitti bu’iinsa kana ittisuu dadhabuu isaa komee akkuma qabnu amma immo qorannaan barbaachisu gaggeeffamuu akka qabu hubachiifna jedhan. Oromiyaa keessatti tarkaanfiin haaloo ba’insaa akka hin fudhatamne KFO Gaafatee Jira.

Gaaffii fi deebii Obbo Xuruneen Gamtaa waliin gaggeeffame caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhaabbattoota Barnoota Sadarkaa Olaanaa Keessatti Nageenya Kabajsisuun Qooda Mootummaati: KFO