Barataan Tokko Yunivarsitii Dambi Doolloo Keessatti Lubbuun Isaa Darbuu Dubbatan, Pirezidaantiin Yunivarsitichaa

Yunivarsitii Dambi Doolloo

Yunivarsitii Dambi Doollootti Wixata darbe lubbuun barataa tokkoo darbuu pirezidaantiin Yunivarsitii Dambi Doolloo dubbatanii jiru. Barattootni akka tasgabba’an gochuuf hojjataa jirra, jedhu.

Yunivarsitii Mattuuttis barattootni 9 miidhamanii turan keessaa 6 fayyanii mooraatti deebi’uu Yunivarsiitiin Mattuu beeksisee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Barataan Tokko Yunivarsitii Dambi Doolloo Keessatti Lubbuun Isaa Darbuu Dubbatan, Pirezidaantiin Yunivarsitichaa