Rakkoon Tibbana Yunivarsitiilee Itiyoophiyaa Keessatti Mul’ate Rakkoo Siyaasaa Wal-xaxaa Biyyattii Keessaa Irraa Madde, Jedhame

Yunivarsitii Waldiyaa Keessatti Haleellaa Raawwatameen Lubbuun Barattoota Lamaa Darbuun Mirkanaa’e

Barsiisonni dhaabbilee barnoota ol’aanoo Raadiyoo Sagaalee Ameerikaaf yadaa kennaaniin, rakkoon ammaa yuunivarsiitiilee motummaa keessatti mul'achaa jiru rakkoo wal xaaxaa siiyasaa biyyaatti mudate irraa ka madde jedhu.

Rakkoon kun hundeedha akka furamuuf motummaan xiyyeffannoo itti kennee hojjechuu qaba. Baratoonni kayyoo isaanii dagachuu hin qaban, jedhanii jiran – Beektonni kun.

Your browser doesn’t support HTML5

Rakkoon Tibbana Yunivarsitiilee Itiyoophiyaa Keessatti Mul’ate Rakkoo Siyaasaa Wal-xaxaa Biyyattii Keessaa Irraa Madde, Jedhame