Filattoota Miliyoona 2.3 tu Filannoo Hiree-murteeffannaa Sidaamaatiif Galmeeffame

Galmeessuun sagalee-kennitootaa ka Filannoo Hiree Murteeffannaa Godina Sidaamaa guutummaatti karaa nagaan xumurame jedhan, Walitti-qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa - Aadde Burtukaan Miidhagsaa.

Filannoo Hiree Murteeffannaa Uummataa Godina Sidaamaaf, filattoonni Miliyoona Lamaa fi kuma dhibba sadii tahan galma’anii jiru, jedhan.

Kan deemsa Filannichaa hordofuuf gara sanatti imale – Naakoor Malkaa tu Hawaasaa irraa gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

Filattoota Miliyoona 2.5 tu Filannoo Hiree-murteeffannaa Sidaamaatiif Galmeeffame


*Maxxansa duraa irratti "Filattoota Miliyoona 2.5 tu Filannoo Hiree-murteeffannaa Sidaamaatiif Galmeeffame" kan jenne dogoggoraan waan ta'ef nu oofkalchaa. Lakkoofsi filattootaa miliyoona 2.3.