Qondaalli Mootummaa Oromiyaa Tokko Wallagga Lixaa Keessatti Ajjeesaman, Jedha Aangawaan Godinichaa 

Qondaalli mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Tolaa Gadaa jedhaman osoo hojiif gara Qeellam Wallaggaa deemaa jiranii, Wallagga Lixaa aanaa Laaloo Assaabiitti ajjeefamuu bulchaan godinichaa Raadiyoo sagaalee Ameerikaatti himanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Qondaalli Mootummaa Oromiyaa Tokko Wallagga Lixaa Keessatti Ajjeesaman, Jedha Aangawaan Godinichaa