Balaa Konkolaataan Oromiyaa Keessatti Guyyoota Sadiitti Lubbuu Namoota 36 Ol Tu Darbe  

(Suuraa faayilii)

Naannoo Oromiyaa magaaloota adda addatti  balaa konkolaataa dhaqqabeen lubbuun namoota 36 olii darbeera.

Akka odeeffannoo Koomishinii Poolisii Oromiyaa irraa kennameetti konkolaachistoonni of eeggaanoon konkolaachisuu dhabu fi ariitiin ka’achuun konkolaataa oofan to'achuu dadhabuu irraa mudatu balaawwan kun.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Balaa Konkolaataan Oromiyaa Keessatti Guyyoota Sadiitti Lubbuu Namoota 36 Ol Tu Darbe