Hooggantootii Dhimma Nageenya Itiyoophiyaa Gama Bahaa fi Somaali Landi Dirre Dawaatti Mari’atan

  • VOA

Marii tana guyyaa tokkkoof tana irratti haga guddaan waan nagaa irratti mari’atan.

Tana keessaa mi’a waraanaa seera malee guguran,kontorbaandii fi nama seeraan ala biyyaa baasan jedhan irratti mari’atan.

Gama kaaniin ammo Al-Shabaabii fi ISIS milihoota naannoo tanatti keessa jiraachuun shakkan.

Marii akkanaa tanaan duratti Somnaaliilaandi Hargeessaatti taa’an. Mariin akkanaa ammoo Dirree Dhawaatti marroo afuriif taa’an.

Your browser doesn’t support HTML5

Hooggantootii Dhimma Nageenya Itiyoophiyaa Gama Bahaa fi Somaali Landi Dirre Dawaatti Mari’atan