Itiyoophiyaan Yeroo Duraaf Saatalaayitii Forgoggisuun BarattootaYunivarsitii Saayinsii fi Teknooloojii Adaamaa Onnachiise

Barattoonni Yunivarsiitii Saayinsii fi Teknolojii Adaamaa keessatti sagantaa furguggisa Saatalayitii Itiyoophiyaa ETRSS1 hordofaa turan deemsa barnoota isaanii keessatti kaka’umsa guddaa akka itti uume dubbatan.

Barattoonni kunniin barnoota sadarkaa lammataa baratanii ala barnoota dandeettii addaa kophaatti barataa jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Yeroo Duraaf Saatalaayitii Forgoggisuun BarattootaYunivarsitii Saayinsii fi Teknooloojii Adaamaa Onnachiise