Guyyaan Dhaloota Gooftaa Yesuus Kabajamee Oole

  • VOA

Ayyaanni dhaloota Gooftaa Yesuus hordoftoota amantii Kirstiyaanaa guutummaa addunyaa jiran biratti guyyaa har'aa kabajamee oole. Akkuma kanaan as Washingiten DC fi naannoo ishee kanneen jiran waldooliin Kirstaanaas ayyaana kana ayyaaneffatanii oolaniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Qophii Ayyaana Dhalootaa Caqasaa