Abbaan Taayitaa Sabaa Himaa Itiyoophiyaa Paartilee Siyaasaa Filannoof Dorgoman Keessummeessfu Qophii Ta'uu Beeksise

Dhaabileen siyaasaa sagantaalee fi kaayyoo isaanii karaa sabaa himaa akka ibsan gochuuf sagantaan ba’u isaa/ abbaan aangoo Broodkaast kan Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Filannoo guutuu biyyaa yeroo gaggeeffamu/ maxxansaaleenis ta’an tamsaasa kallattii gaggeeffamu duula na filadhaa paartilee siyaasaaf oolchu jedhameera.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutu caqasaa