Wal-dhibdee Naannoolee Affaarii fi Somaalee Gidduu Furuuf Mariin Jalqabame

Wal-dhibdee Affaarii fi Somaaleegidduu ture furuutti ka fuuleffate waltajjin jaarsumaa tokko har’a Adamaatti eegalamee jira. Waltajji kana irratti jaarsoliin naannolee hunda irraa bakka-buufaman kan argaman yoo ta’u gama Affaarii fi Somaaletis bakka bu’oonni argamanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa