Koreen Addaa Waa’ee Gubachuu Masjiidotaa Qoratu Mooxaa Deemee Deebi’ee Ibsa Kenne

Koreen addaa Mana-maree ol’aanaa dhimmoota Muslimaa Itiyoophiyaatiin akka gubinsa Masjiidaa Mooxaatti raaw’atame qoratu ergame midhaale dhaqaban adda basuu isaa beeksisee jira. Motummaa Naannoo Amaaraa waliinis mari’atee ka deebii eegaa jiru tahuu kaleessa Sabaa-himaaleef ibsa kenneen dubbatee jira – koreen kun.

Your browser doesn’t support HTML5

gabasa guutuu caqasaa