Itiyoophiyaa Keessa Haga Ammaatti Namni Vaayiresii Koronaan Qabame Hin jiru, Jedhame

Itiyoophiyaa keessatti haga ammaatti namni vaayirasii koroonaan qabame kan hin jirre ta’uu Koreen Ministaroota ka Ittisa Koronaa Biyyalessaa beeksisee jira. Koreen kun Gabaasa hardha Muummee Ministeera Abiy Ahmadiif dhiheesseen, hojiin ittisaa dhukkubichaas dabalataan kan hojjetamaa jiru tahuu beeksise.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaa Keessa Haga Ammaatti Namni Vaayiresii Koronaan Qabame Hin jiru, Jedhame