Dhibaayyuu Ekeraa Namoota Bara Dabre Xayyaara Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaan Dhumanii

Your browser doesn’t support HTML5

Ganda xayyaarri Itiyoophiyaa ET-302 waggaa darbe itti kufe Tulluu Farraa dabalatee gandoonni shanii fi bulchiinsi aanaa Gimbichuu kaleessa dhibaayyuu ekeraa namoota balaa xayyaarichaan miidhamanii baasan. Sagantaa kana irratti abbootin Gadaa, abbootin amantaa, jiraattotni naannoo fi keessummootni biroon argamanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhibaayyuu Ekeraa Namoota Bara Dabre Xayyaara Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaan Dhumanii