Bulchiinsi Naannoo Tigraay Itti Gaafatamaa  Paartii Badhaadhinaa Mudaameefi Jira

  • VOA

Paartiin Badhaadhinaa bulchiinsa naannoo Tigraay bakka adda addaatti akkasumas dameen waajirichaa kan Tigraay Finfinnee keessatti kan banamuu ta'uun beekamee jira.

Obbo Nabiyyuu Sihhuul Mikaa'eel itti gaafatamaa waajiira Badhaadhinaa dame Tigraay ta'anii akka hojjatan ramadamuu isaanii gabaafamee jira.