Ajaja Kennamuu Ummanni Fudhachuu Qaba: Kantibaa Hawaasaa

  • VOA

Faca'iinsa vaayrasii koronaa ittisuuf jecha tarkaanfii mootummaan Federaalaas ta'e kan bulchiinsa naannoo fudhataa jiran uummanni hojii irra akka oolchuuf bulchaan magaalaa Hawaasaa gaafatanii jitu.

Angawoonni magaalatti akka jedhanti uummanni rakkoon akka jiru ituu beekuu of-gowwomsuuf yaaluun yaaddeessaa akka ta'e ibsan.