Hogganoonni Addunyaa Meeshaa Teknooloojiin Gargaaramuun walgahii Gaggeessanii Jiru

  • VOA

Hogganoonni biyyoota addunyaa irratti humna guddaa qaban ykn badhaadhoota jedhaman Kamiisa kaleessaa gama teleekonfraansiin walgahii gaggeessanii jiru.

Mariin kunis weerara vaayrasii koroonaa addunyaa gidirsaa jiru irratti dinagdee irratti midhaa inni geesisee fi biyyoota amma weearrii vaayrasichaan akkaan midhaa jiru irratti dubbatan.

Gabaasa guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Hogganoonni Addunyaa Meeshaa Teknooloojiin Gargaaramuun walgahii Gaggeessanii Jiru