FINFINNEE —
Bulchiinsi Mootumma Naanno Oromiyaa tatamsa’ina Vaayirasii Koroonaa ittisuuf geejjibaalee qaxxamura biyya fi magaalee keessaa guutummaatti uffuruuf murtesse jira.
Dhabileen adda addaa naannawicha keessatti argamanis bakka tursiisaaf akka oolan jedhamee jira.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Tatamsa’ina Vaayirasii Koronoo Ittisuuf Murtiislee Uggura Geejjibaa Dabarse