Sudaan Keessatti Namoonni Vaayrasii Koronaan Shakkaman Qophaatti Hin ka'amnu Jedhan

  • VOA

Suudaan nama jalqaba vaayrasii koronaan qabame eega labsitee turban lama ta'e jira.Garu namoota vaayrasichaaf saaxilamuu malu jedhaman kanneen 300 ta'an Hospitaala Yunivarsaal jedhamu keessa keenyaan didanii ba'an.

Naannoo daangaa Sudaanii fi Masrii irrattis namoonni addatti ka'aman didanii ba'uun Awutoodusa Afuriin fe'amanii gara fedhan deeman.

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa biyyoota caasaa eegumsa fayyaa ga'a fi qophii hin qabne jechuun kan tarreesse keessaa sudaan Tokko.

Gabaasa Guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Sudaan Keessatti Namoonni Vaayrasii Koronaan Shakkaman Qophaatti Hin ka'amnu Jedhan