Yeroon Wal Irraa Hiiqiinsa Hawaasummaa Ammeerikaa Keessaa Akka Dabalamu Prezidaant Traamp Ajajan

  • VOA

Uummanni Ameerikaa qe'ee ofii akka turuuf yeroo dabalatan ajajuun koo lubbuu uummata miliyoona tokkoo baraaruu dha jechuu dhaan prezidaant Doonaald Traamp Wixata kaleessaa dubbatanii jiran.

prezidaantichi tuuta oduuf ibsa kennaniin, carraa biraa hin qabnu ni ijifanna jedhan

Your browser doesn’t support HTML5

Yeroon Wal Irraa Hiiqiinsa Hawaasummaa Ammeerikaa Keessaa Akka Dabalamu Prezidaant Traamp Ajajan