Oromiyaa Lixaatti Banamuu Tajaajila Bilbilaa fi Interneetii Jiraattonnii fi Qaamni Mootummaa Maal Jedhan

Dambi Dooloo

Tajaajilli bilbilaa fi Intarneetii Oromiyaa Lixaatti eega baatiilee muraasaaf cufamee booda amma banamuu ilaalchisee yaada jiraattotaa haga tokko gaafannee tafjaajilichi banamuutti baay'ee gammaduu isaanii dubbatan.

Bulchaan godina Wallagga Lixaa Obbo Eliyaas Uummataas gama isaaniin, banamuun bilbilaa fi intarneetii uummata gammachiisee jira, jedhanii waa'ee weerara Vaayirasii Koroonaas ofeeffannoo gahaa argachuuf fayidaa inni qabu ibsan.

Guutummaa isaa caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Oromiyaa Lixaatti Banamuu Tajaajila Bilbilaa fi Interneetii Jiraattonnii fi Qaamni Mootummaa Maal Jedhan